Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi Of eeggannoo COVID-19f oolan Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi of eeggannoo COVID-19f oolan Deeggarsaaf Akka Ooluuf Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache. Deeggarsi kenname kunis bakka bulchaan bulchiinsa Godina Jimmaa Obbo. Abdulhaakim Muluu fi Hooggantootni fi hawaasni kolleejjichaa argamatti koree deeggarsicha walitti qabuuf dabarfamee kennameera. Meeshaaleen deeggarsaa kunis namoota harka qalleeyyii fi meeshaalee of eeggannoo kana bitachuu hin dandeenyeef akka […]

SHARE IT

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi Of eeggannoo COVID-19f oolan Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache Read More »