Hawaasni Kolleejjii Barsiisotaa Jimmaa Duula Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 2012 Irratti Hirmaatan

Hawaasni Kolleejjii Barsiisotaa Jimmaa Duula Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 2012 Irratti Hirmaatan #AshaaraaMagariisa Hawaasni Kolleejjichaa biqiltuu dhaabuuf qophaa’e qooddachuun ashaataa isaanii kaa’ataniiru. Biqiltuu dhaabuun kan geggeeffames bifa of eeggannoon guutameen fageenya isaanii eeggachuuni dha. Hawasni keenyas biqiltuu dhaabuu qofa osoo hin taane Biqiltuu dhaabe kana akka kunuunsu waada galanii jiru. Duula ashaaraa magariisaa KBBJimmaa hawaasa kolleejjii […]

SHARE IT

Hawaasni Kolleejjii Barsiisotaa Jimmaa Duula Ashaaraa Magariisaa Adoolessa 2012 Irratti Hirmaatan Read More »