September 2020

Akkaataa itti fayyadama ELearning Kolleejjichaa

|> Barattootni eebbifamtootnii fi qorumsa gahumsaa irra deebiin fudhatan websiticha banuun menu jalaa category “COC Models” jedhuun banuun akkaataa muummee keessaniitti banuun qorumsicha online qoramuun erga qorumsa coc online galee jiru qoramtanii xumurtanii booda xumurarratti submit all kan jedhu xuquun feedback deebii keessanii ilaaluun kan argattanii fi kan dhabdan akkasumas deebii sirriin kam tahuu akka […]

SHARE IT

Akkaataa itti fayyadama ELearning Kolleejjichaa Read More »

Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif

Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif Yeroon tutooriyaalii fi barnootaa isiniif qophaa’e akkaataa armaan gadiitiin ta’uu isaa beektanii guyyaa jedhame kana dursuun Kolleejjiitti argamuun barnoota keessan kan itti fuftan ta’uu isin hubachiisna. Lakk. Guyyaa Barnootni itti jalqabu. 1. Barattoota Idilee fi galagalaa bara 2011 qorumsa gahumsaa

SHARE IT

Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif Read More »