June 2021

Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf

Waxabajjii 9, Bara 2013 Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Eebbifamtootni KBB Jimmaa Qorumsa Gahumsaa hin milkaa’iin jirtan guyyaa boruu (10/10/2013) irraa eegalee hanga gaafa jimaata (11/10/2013)tti KBB Jimmaatti argamuun qaamaan qorumsa gahumsaa irra deebiin fudhachuuf akka galmooftan Biiroon Barnoota Oromiyaa kan beeksise ta’uu ibsaa, isinis kana hubattanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisna. KBB

SHARE IT

Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Read More »