Barattoota Kolleejjichaa Waggaa 2ffaa fi Galgala 3ffaa Hundaaf

Barattoota Kolleejjichaa Waggaa 2ffaa fi Galgala 3ffaa Hundaaf

Yeroon simannaa keessanii sadaasa 9tti karoorfamee kan ture yeroo hin beekamnetti kan darbe tahuu isin hubachiisna.

Yeroo simannaa keessanii gara fuulduraatti kan isin beeksifnu taha.

Kolleejjicha!

SHARE IT

Leave a Comment