Waxabajjii 9, Bara 2013
Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf
Eebbifamtootni KBB Jimmaa Qorumsa Gahumsaa hin milkaa’iin jirtan guyyaa boruu (10/10/2013) irraa eegalee hanga gaafa jimaata (11/10/2013)tti KBB Jimmaatti argamuun qaamaan qorumsa gahumsaa irra deebiin fudhachuuf akka galmooftan Biiroon Barnoota Oromiyaa kan beeksise ta’uu ibsaa, isinis kana hubattanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisna.