DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA

DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA

                                                                                                Guyyaa 3/09/2014

Beeksisa

Dorgomtoonni  Kollejjii Barnoota Barsiisota Jimmaatti Dipiloomaaf (BSTD) irratti galmooftaniifi  Dubartoonni Digirii irraa gara Dipilomaa  (BSTD) dhaaf  galmooftan kanneen maqaan keessan beeksisa kana wajjin maxxane hundinuu  Guyyaa  4/09/2014 Ganama sa’aa 2: 00 irratti kollejji Barnoota Barsiisota Jimmaatti  argamtaniI Gaaffii Qomaaf Akka Dhiyaattan isin beeksifna

Hub. Gaaffiin Qomaa Kan geggeeffamu  Guyyaa kana hanga sa’aa 4:00 Qofaadha

JCTE Logo

Kollejjicha

SHARE IT

Leave a Comment