admin

Jimma CTE Staff Decided to Donate 100% of Their One Month Salary to ENDF

Jimma College of Teachers Education Staff Decided to Donate 100% of One Month Salary to Ethiopian National Defense Force. Currently there is growing campaign in support of ENDF. According to Ministry of Defense so far, the public have raised more than 3 billion birr, the report adds. In Addition to the financial support, the minister […]

SHARE IT

Jimma CTE Staff Decided to Donate 100% of Their One Month Salary to ENDF Read More »

Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf

Waxabajjii 9, Bara 2013 Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Eebbifamtootni KBB Jimmaa Qorumsa Gahumsaa hin milkaa’iin jirtan guyyaa boruu (10/10/2013) irraa eegalee hanga gaafa jimaata (11/10/2013)tti KBB Jimmaatti argamuun qaamaan qorumsa gahumsaa irra deebiin fudhachuuf akka galmooftan Biiroon Barnoota Oromiyaa kan beeksise ta’uu ibsaa, isinis kana hubattanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisna. KBB

SHARE IT

Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Read More »

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi Of eeggannoo COVID-19f oolan Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi of eeggannoo COVID-19f oolan Deeggarsaaf Akka Ooluuf Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache. Deeggarsi kenname kunis bakka bulchaan bulchiinsa Godina Jimmaa Obbo. Abdulhaakim Muluu fi Hooggantootni fi hawaasni kolleejjichaa argamatti koree deeggarsicha walitti qabuuf dabarfamee kennameera. Meeshaaleen deeggarsaa kunis namoota harka qalleeyyii fi meeshaalee of eeggannoo kana bitachuu hin dandeenyeef akka

SHARE IT

Kolleejjiin Barsiisota Jimmaa Meeshaalee Qulqullinaa fi Of eeggannoo COVID-19f oolan Bulchiinsa Godina Jimmaaf Gumaache Read More »