JCTE Logo

Beeksisa Ariifachiisaa Dubartoota Sagantaa Digiriif Dorgomtanii Qabxii Walakkaa (50% ol) fiddanii gaaffii qomaaf hin filamne hundaaf

Beeksisa Ariifachiisaa Dubartoota Sagantaa Digiriif Dorgomtanii Qabxii Walakkaa (50% ol) fiddanii gaaffii qomaaf hin filamne hundaaf

Guyyaa 28/08/2014

Beeksisa

Dorgomtootni shamarranii sagantaa digrii 1ffaaf KBBjimmaatti buufataalee adda addaatti dorgomtanii 50%fi isaaol fiddanii gaaffii qomaatiif hin darbin jirtan sagantaa dippiloomaatiin muummee BSTDtti dorgomuu barbaaddan qaamaafi bilbila 0911797861irratt bilbiluun gaafa 29-30/08/2014 qofatti akka galmaa’u dandeessan isin beeksifna.

Nagaa wajjin!
KOLLEEJJICHA!

Listiin Barattoota 50% fidanii kan armaan gaditti eeramanidha

SHARE IT

Leave a Comment