BEEKSISA – BSTD Bara 2015

BEEKSISA – BSTD Bara 2015

Guyyaa 23/01/2015

BEEKSISA

Barsiisonni Shamarranii Maqaan keessan  Listtii armaan gadii keessa jirtan hundi  Kanneen hanga ammaatti hojitti hinramadamin Leenjii BSTD Marsaa 2ffaaf Waan Ramadamuuf ta’eef attattamaan hanga guyyaa 24/01/2015tti lakk Bilbilaa 0911797861 irratti  akka nu beeksiftan jechaa kan hinbeeksifne akka hojitti ramadamee jirutti kan fudhatmu waan ta’ee kan irra utaalamu ta’uu isaa isin beeksifna!

Hubachiisa: Qorumsa gahumsaa dabartanii Maqaan keessan listii kana keessa kan hin jirres yoo jiraate gabaasa akka gootan isin hubachiisna.

Kolleejjicha!

SHARE IT