JCTE Logo

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf

Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Jimmaa barattoota qorumsa seensa Yuunivarsitii fudhatanii 50% fi isaa ol fidan keessaa dorgomsiisee barattoota digirii tokkoffaa fi dippiloomaa filachuu barbaada. Kanaafuu barattootni ulaagaa ministeerri barnootaafi BBOn baase kan armaan gadaitii ibsame guttan yeroo kenname keessatti buufatawwan filannoo kolleejjii keenyaatti argamuun dorgomuu akka dandeessan isinin beeksifna.

1. Ulaagaan filannoo digirii fi dippiloomaa:

https://drive.google.com/file/d/1HfMEyK4neJbBXo1IqUMaQPHnQpYfBL13/view?usp=sharing

2. Sagantaa jalqabbii galmee

3. Buufatootni Filannoo KBB Jimmaaf Kennaman

3.1. Bulchiinsa Magaalaa Jimmaa

3.2. Bulchiinsa Magaalaa Walisoo

3.3. Limmuu Gannat

3.4. Magaalaa Aggaaroo

3.5. Asandaaboo

SHARE IT

Leave a Comment