DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA

DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA                                                                                                 Guyyaa 3/09/2014 Beeksisa Dorgomtoonni  Kollejjii Barnoota Barsiisota Jimmaatti Dipiloomaaf (BSTD) irratti galmooftaniifi  Dubartoonni Digirii irraa gara Dipilomaa  (BSTD) dhaaf  galmooftan kanneen maqaan keessan beeksisa kana wajjin maxxane hundinuu  Guyyaa  4/09/2014 Ganama sa’aa 2: 00 irratti kollejji Barnoota Barsiisota Jimmaatti  argamtaniI Gaaffii Qomaaf Akka

SHARE IT

DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA Read More »

JCTE Logo

Beeksisa Ariifachiisaa Dubartoota Sagantaa Digiriif Dorgomtanii Qabxii Walakkaa (50% ol) fiddanii gaaffii qomaaf hin filamne hundaaf

Beeksisa Ariifachiisaa Dubartoota Sagantaa Digiriif Dorgomtanii Qabxii Walakkaa (50% ol) fiddanii gaaffii qomaaf hin filamne hundaaf Guyyaa 28/08/2014 Beeksisa Dorgomtootni shamarranii sagantaa digrii 1ffaaf KBBjimmaatti buufataalee adda addaatti dorgomtanii 50%fi isaaol fiddanii gaaffii qomaatiif hin darbin jirtan sagantaa dippiloomaatiin muummee BSTDtti dorgomuu barbaaddan qaamaafi bilbila 0911797861irratt bilbiluun gaafa 29-30/08/2014 qofatti akka galmaa’u dandeessan isin beeksifna.

SHARE IT

Beeksisa Ariifachiisaa Dubartoota Sagantaa Digiriif Dorgomtanii Qabxii Walakkaa (50% ol) fiddanii gaaffii qomaaf hin filamne hundaaf Read More »

JCTE Logo

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Jimmaa barattoota qorumsa seensa Yuunivarsitii fudhatanii 50% fi isaa ol fidan keessaa dorgomsiisee barattoota digirii tokkoffaa fi dippiloomaa filachuu barbaada. Kanaafuu barattootni ulaagaa ministeerri barnootaafi BBOn baase kan armaan gadaitii ibsame guttan yeroo kenname keessatti buufatawwan filannoo kolleejjii keenyaatti argamuun dorgomuu akka dandeessan

SHARE IT

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Read More »

JCTE Logo

Hojjettootnii fi Barsiisotni KBB Jimmaa Mindaa isaanii ji’a tokk walumaagalatti Birrii 604340.00 deeggarsa raayyaa ittisa biyyaf galii taasisaniiru

Hojjettootnii fi Barsiisotni KBB Jimmaa Mindaa isaanii ji’a tokk walumaagalatti Birrii 604340.00 deeggarsa raayyaa ittisa biyyaf galii taasisaniiru. Hojjettootnii fi Barsiisotni Kolleejjii Barnoota Barsiisota Jimmaa Mindaa isaanii ji’a tokkoo raayyaa ittisa biyyaaf akkuma waadaa galanii turan galii godhaniiru. Maallaqni waadaa galames lakkoofsa herreegaa deeggarsa raayyaa itti biyyaaf banametti galii taasifameera.

SHARE IT

Hojjettootnii fi Barsiisotni KBB Jimmaa Mindaa isaanii ji’a tokk walumaagalatti Birrii 604340.00 deeggarsa raayyaa ittisa biyyaf galii taasisaniiru Read More »

Firii Qorumsa Gahumsa Ogummaa Bara 2013 Kanneen 70 fi isaa ol fidanii darban kan BBO irraa ergame

Firii Qorumsa Gahumsa Ogummaa Bara 2013 Kanneen 70 fi isaa ol fidanii darban kan BBO irraa ergame irii Qorumsa Gahumsa Ogummaa Bara 2013 Kanneen 70 fi isaa ol fidanii darban kan BBO irraa ergame. Hub: Qabxiin ifoomee kolleejjicha xalayaan dhaqqabe kanneen 70 fi isaa ol fidanii dabarfatan qofadha. Linkii armaan gadii cuqaasuun ilaaluu dandeessu. https://drive.google.com/file/d/1G0e0WT2Fzf0gGYsrI3C5ir3-0kgBr3JV/view?usp=sharing

SHARE IT

Firii Qorumsa Gahumsa Ogummaa Bara 2013 Kanneen 70 fi isaa ol fidanii darban kan BBO irraa ergame Read More »