Vacancy

JCTE Logo

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Jimmaa barattoota qorumsa seensa Yuunivarsitii fudhatanii 50% fi isaa ol fidan keessaa dorgomsiisee barattoota digirii tokkoffaa fi dippiloomaa filachuu barbaada. Kanaafuu barattootni ulaagaa ministeerri barnootaafi BBOn baase kan armaan gadaitii ibsame guttan yeroo kenname keessatti buufatawwan filannoo kolleejjii keenyaatti argamuun dorgomuu akka dandeessan […]

SHARE IT

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Read More »