News

BEEKSISA – BSTD Bara 2015

BEEKSISA – BSTD Bara 2015 Guyyaa 23/01/2015 BEEKSISA Barsiisonni Shamarranii Maqaan keessan  Listtii armaan gadii keessa jirtan hundi  Kanneen hanga ammaatti hojitti hinramadamin Leenjii BSTD Marsaa 2ffaaf Waan Ramadamuuf ta’eef attattamaan hanga guyyaa 24/01/2015tti lakk Bilbilaa 0911797861 irratti  akka nu beeksiftan jechaa kan hinbeeksifne akka hojitti ramadamee jirutti kan fudhatmu waan ta’ee kan irra utaalamu

SHARE IT

BEEKSISA – BSTD Bara 2015 Read More »

JCTE Logo

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Kolleejjiin Barnoota Barsiisotaa Jimmaa barattoota qorumsa seensa Yuunivarsitii fudhatanii 50% fi isaa ol fidan keessaa dorgomsiisee barattoota digirii tokkoffaa fi dippiloomaa filachuu barbaada. Kanaafuu barattootni ulaagaa ministeerri barnootaafi BBOn baase kan armaan gadaitii ibsame guttan yeroo kenname keessatti buufatawwan filannoo kolleejjii keenyaatti argamuun dorgomuu akka dandeessan

SHARE IT

Beeksisa Dorgommii Kadhimamtoota Barsiisota Sadarkaa Digirii Tokkoffaa fi Dippiloomaaf Read More »