Ramaddii Marsaa 13ffaa Bara 2015
Ramaddii Marsaa 13ffaa Bara 2015 Read More »
Ramaddii Marsaa 4ffaa Bara 2015 Linkii armaan gadii banuun ilaaluu dandeessu. https://drive.google.com/file/d/1A5ZFNUO7e0mWYPnPqZN4K00GTcdsWgAy/view?usp=sharing
Ramaddii Marsaa 4ffaa Bara 2015 Read More »
DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA Guyyaa 3/09/2014 Beeksisa Dorgomtoonni Kollejjii Barnoota Barsiisota Jimmaatti Dipiloomaaf (BSTD) irratti galmooftaniifi Dubartoonni Digirii irraa gara Dipilomaa (BSTD) dhaaf galmooftan kanneen maqaan keessan beeksisa kana wajjin maxxane hundinuu Guyyaa 4/09/2014 Ganama sa’aa 2: 00 irratti kollejji Barnoota Barsiisota Jimmaatti argamtaniI Gaaffii Qomaaf Akka
Beeksisa Ariifachiisaa Dubartoota Sagantaa Digiriif Dorgomtanii Qabxii Walakkaa (50% ol) fiddanii gaaffii qomaaf hin filamne hundaaf Guyyaa 28/08/2014 Beeksisa Dorgomtootni shamarranii sagantaa digrii 1ffaaf KBBjimmaatti buufataalee adda addaatti dorgomtanii 50%fi isaaol fiddanii gaaffii qomaatiif hin darbin jirtan sagantaa dippiloomaatiin muummee BSTDtti dorgomuu barbaaddan qaamaafi bilbila 0911797861irratt bilbiluun gaafa 29-30/08/2014 qofatti akka galmaa’u dandeessan isin beeksifna.
Ramaddii BSTD KBB Oromiyaa Shananitti Taasifame Kanneen Telegram irratti isin rakkiseef asirraa Download icon tuquun buufachuu dandeessu.
Ramaddii BSTD KBB Oromiyaa Shananitti Taasifame Read More »
Waxabajjii 9, Bara 2013 Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Eebbifamtootni KBB Jimmaa Qorumsa Gahumsaa hin milkaa’iin jirtan guyyaa boruu (10/10/2013) irraa eegalee hanga gaafa jimaata (11/10/2013)tti KBB Jimmaatti argamuun qaamaan qorumsa gahumsaa irra deebiin fudhachuuf akka galmooftan Biiroon Barnoota Oromiyaa kan beeksise ta’uu ibsaa, isinis kana hubattanii qaamaan argamuun akka galmooftan isin hubachiisna. KBB
Eebbifamtoota Qorumsa Gahumsaa Hin Milkaa’in Hundaaf Read More »
Firii Qorumsa Gahumsaa Bara 2012 Link armaan gaidi tuquun pdf isaa buufauucnh ilaalaa. https://www.jcte.edu.et/wp-content/uploads/2020/CTE-All%202012%20final2%20post%20BY%20OEB.pdf
Firii Qorumsa Gahumsaa Bara 2012 Read More »
Jimma Teachers’ College (JTC) is located some 347 km southwest of Addis Ababa and about 2.5 km to the northeast of Jimma City Centre. JTC is one of several regional Teachers’ Training Colleges in Ethiopia established specifically to produce qualified teachers for primary schools (grades 1-8). In accordance with the 1994 National Education and Training
Some History of Jimma CTE Read More »