DORGOMTOOTA BSTD BUUFATAALEE FILANNOO KBB JIMMAATTI DORGOMTANIIF – BEEKSISA ARIIFACHIISAA
Guyyaa 3/09/2014
Beeksisa
Dorgomtoonni Kollejjii Barnoota Barsiisota Jimmaatti Dipiloomaaf (BSTD) irratti galmooftaniifi Dubartoonni Digirii irraa gara Dipilomaa (BSTD) dhaaf galmooftan kanneen maqaan keessan beeksisa kana wajjin maxxane hundinuu Guyyaa 4/09/2014 Ganama sa’aa 2: 00 irratti kollejji Barnoota Barsiisota Jimmaatti argamtaniI Gaaffii Qomaaf Akka Dhiyaattan isin beeksifna
Hub. Gaaffiin Qomaa Kan geggeeffamu Guyyaa kana hanga sa’aa 4:00 Qofaadha

Kollejjicha