Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif

Kaadhimatoota Barsiisotaa Bara 2011 Qorumsa Gahumsaa Qoramtanii Osoo Hin Milkaa’in Haftanii fi Eebbifamtoota Bara 2012tiif

Yeroon tutooriyaalii fi barnootaa isiniif qophaa’e akkaataa armaan gadiitiin ta’uu isaa beektanii guyyaa jedhame kana dursuun Kolleejjiitti argamuun barnoota keessan kan itti fuftan ta’uu isin hubachiisna.

Lakk. Guyyaa Barnootni itti jalqabu.
1. Barattoota Idilee fi galagalaa bara 2011 qorumsa gahumsaa hin milkaa’iniif yeroo tuutooriyaalii Fulbaana 20/2013 irraa eegalee kennama
2. Yeroo barnoota eebbifamtoota bara 2012 (Waggaa 3ffaa idilee fi Waggaa 4ffaa galgalaaf) Fulbaana 25/2012 irraa eegalee kennama.

 

Hub: Odeeffannoo dabalataaf ergaa BBOn Miidiyaan dabarsu akka hordoftan isin hubachiisna.

           Yeroon barnootaa kun barattoota eebbifamtootaa fi kanneen COC hin milkaa’in hafan qofa kan ilaallatu dha.!

SHARE IT

Leave a Comment