Waamicha- Barattoota Ganna 4ffaa KBB Jimmaa Hundaaf
Barattootni ganna 4ffaa kanneen Kollejjii Barnoota Barsiisota Jimmaatti Barachaa turtan guyyaan galmee Adoolessa 4 Bara 2014 hanga Adoolessa 6 Bara 2014 ta’uu beektanii Qaamaan koollejjitti argamuudhaan Akka galmooftan isin beeksifna.
